Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Galata Maariyaam icon

Galata Maariyaam


Abraham Sisay
2.0
  • May 16, 2018
    Update date
  • Everyone
  • Android 4.0+
    Android OS

About Galata Maariyaam

Galata Maariyaam

Galanni Giiftii Keenyaa Dubroo Maariyaam jalqabatti qulqulluu Efreem, nama Soriyaatiin, Afuurri qulqulluu isaaf ibseetu Barreeffame, kana boodas gara Afaan Gi’iziitti deebi’ee yeroo Hedduuf biyya keenya keessatti tajaajila kadhannaa Mana Kiris taanaa Ortodoksii keessatti kennaa tureera, ammas itti tajaajilamaa jira. Yeroo booda garuu, gara afaan Amaaraatti jijjiiramee hojiirra ooleera. Fedhiin amantoota afaan Oromootiin barachuu, dubbisuufi kadhachuun yerootii yerootti dabalaa waan dhufeef Yeroo jajaqabaaf bara 1990 A.L.I tti gar afaan Oromotti jijjiiramee Dhiyaate.

Bara 1996 A.L.I tti ammo yeroo lammaffaaf Keessa deebi’amee sirraa’ee maxxanfame. Fedhiin kitaaba kadhannaa kanaaf jiru waan dabalaa dhufuuf yeroo addaddaa maxxanfamee raabsameera.

Hojiin jijjiirraa kitaaba kanaa Kanaan rawwata jechuu otoo hin ta’iin, yaada dubbistootarraa argamum fuldurattis keessa deebi’amee ni hojjetama. \n \n (Maxxansa bara 1996, 2004,fi 2006 kan gulaale Waasihuun Amanuu dha.)

Eebbi haadha keenyaa Dubroo

Maariyaam bara baraan nu Wajjin

haa ta’u. Ameen.

M/K/O/T/I/Q/Q/M/B/D/

Waldaa

Qulqullootaa.

Show More

Additional APP Information

Latest Version

2.0

Uploaded by

آبہو يہزنہ آبہو يہزنہ

Requires Android

Android 4.0+

Content Rating

Everyone

What's New in the Latest Version 2.0

Last updated on May 16, 2018

Galata Maariyaam

Show More

Galata Maariyaam Screenshots

Galata Maariyaam posterGalata Maariyaam screenshot 1

Related Tags

Popular Articles In Last 24 Hours

Subscribe to APKPure
Be the first to get access to the early release, news, and guides of the best Android games and apps.
No thanks
Sign Up
Subscribed Successfully!
You're now subscribed to APKPure.