Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Faarfannaa Galata Maariyaam icon

Faarfannaa Galata Maariyaam


Abraham Sisay
1.0
  • Jun 26, 2016
    Update date
  • Everyone
  • Android 4.0+
    Android OS

About Faarfannaa Galata Maariyaam

Waldaa Qulqullootaa.ማኅበረ ቅዱሳን

Galanni Giiftii Keenyaa Dubroo Maariyaam jalqabatti qulqulluu Efreem, nama Soriyaatiin, Afuurri qulqulluu isaaf ibseetu Barreeffame, kana boodas gara Afaan Gi’iziitti deebi’ee yeroo Hedduuf biyya keenya keessatti tajaajila kadhannaa Mana Kiris taanaa Ortodoksii keessatti kennaa tureera, ammas itti tajaajilamaa jira. Yeroo booda garuu, gara afaan Amaaraatti jijjiiramee hojiirra ooleera. Fedhiin amantoota afaan Oromootiin barachuu, dubbisuufi kadhachuun yerootii yerootti dabalaa waan dhufeef Yeroo jajaqabaaf bara 1990 A.L.I tti gar afaan Oromotti jijjiiramee Dhiyaate.

Bara 1996 A.L.I tti ammo yeroo lammaffaaf Keessa deebi’amee sirraa’ee maxxanfame. Fedhiin kitaaba kadhannaa kanaaf jiru waan dabalaa dhufuuf yeroo addaddaa maxxanfamee raabsameera.

Hojiin jijjiirraa kitaaba kanaa Kanaan rawwata jechuu otoo hin ta’iin, yaada dubbistootarraa argamum fuldurattis keessa deebi’amee ni hojjetama. \n \n (Maxxansa bara 1996, 2004,fi 2006 kan gulaale Waasihuun Amanuu dha.)

Eebbi haadha keenyaa Dubroo

Maariyaam bara baraan nu Wajjin

haa ta’u. Ameen.

M/K/O/T/I/Q/Q/M/B/D/

Waldaa

Qulqullootaa.

Show More

Additional APP Information

Latest Version

1.0

Uploaded by

Kauê Andrade

Requires Android

Android 4.0+

Content Rating

Everyone

What's New in the Latest Version 1.0

Last updated on Jun 26, 2016

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Show More

Faarfannaa Galata Maariyaam Screenshots

Faarfannaa Galata Maariyaam posterFaarfannaa Galata Maariyaam screenshot 1

Related Tags

Popular Articles In Last 24 Hours

Subscribe to APKPure
Be the first to get access to the early release, news, and guides of the best Android games and apps.
No thanks
Sign Up
Subscribed Successfully!
You're now subscribed to APKPure.