Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Macaafa Qulqulluu icon

Macaafa Qulqulluu


Robsan Mako
1.0.4
  • COMING SOON
    Update date
  • Everyone
  • 4.0
    Android OS

About Macaafa Qulqulluu

The Books of Old and New Testament in Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajji, 2020

Show More

Additional APP Information

Latest Version

1.0.4

Requires Android

4.0

Content Rating

Everyone

What's New in the Latest Version 1.0.4

Last updated on Feb 9, 2020

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Show More

Macaafa Qulqulluu Screenshots

Macaafa Qulqulluu posterMacaafa Qulqulluu screenshot 1Macaafa Qulqulluu screenshot 2Macaafa Qulqulluu screenshot 3Macaafa Qulqulluu screenshot 4Macaafa Qulqulluu screenshot 5Macaafa Qulqulluu screenshot 6Macaafa Qulqulluu screenshot 7

Related Tags

Also available for other platforms

Popular Articles In Last 24 Hours

Subscribe to APKPure
Be the first to get access to the early release, news, and guides of the best Android games and apps.
No thanks
Sign Up
Subscribed Successfully!
You're now subscribed to APKPure.