Ibsaa Jireenyaa

(Jireenya Badh

16.03 door sammubani
Dec 9, 2018

Over Ibsaa Jireenyaa

Ibsaa Jireenyaa is Life's Light dat tot doel heeft de mensheid de weg naar geluk te tonen

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama'uu fi raata'uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta is irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta'a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo 'Bewaar' tuquun boodarra "Barruu olkaa'ame" keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa "Zoeken" keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (deel gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Wat is er nieuw in de nieuwste versie 16.03

Last updated on Dec 14, 2018
Converting sammubani.com to app

Aanvullende APP -informatie

Laatste Versie

16.03

Geüpload door

بسام حمص

Android vereist

Android 4.0.3+

Melden

Rapporteer als ongepast

Meer Info

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

Downloaden

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

Downloaden

Ibsaa Jireenyaa Alternatief

Ontdekken