Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu


1.0.2 oleh Robsan Mako
Nov 3, 2019 Versi Lama

Mengenai Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

app Afan Oromo Alkitab mesra pelbagai fungsi dan pengguna untuk peranti Android anda

Hampir 120 tahun selepas terjemahan bible ke dalam Afan Oromo oleh Onesmus Nesib dan Bible Afaan Oromoo yang pertama dicetak di atas kertas, cara orang membaca Holy Bible berubah secara radikal. Kini, hampir semua orang menggunakan peranti mudah alih untuk membaca Bible. Mengambil kira fakta ini, kami menawarkan aplikasi Alkitab yang bergaya ini untuk peranti android anda. Pasang pada peranti android anda dan bawa bersama anda ke mana sahaja anda pergi dan nikmati bible anda!

Tuhan merahmati kamu!

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.

Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Zaman Digital) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Peranti Mudah Alih) tti fayyadamu.

Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota' gaachuatti nua dubbistoota' gaachuatti nua dubbistoota' gaachuatti yaad.

Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:

- Luqqisii Guyyaa

- Radio Warra Wangeelaa

- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo

- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u

- Baafata Luqqisii fi k.k.f

Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.

Waaqayyo isin haa Eebbisu!

Apa yang baru dalam versi terkini 1.0.2

Last updated on Nov 4, 2019
This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

1.0.2

Dimuat naik oleh

Tâm Bá

Memerlukan Android

Android 4.0.3+

Available on

Laporkan

Tandai sebagai tidak sesuai

Tunjukkan Lagi

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Alternatif

Dapatkan lebih banyak daripada Robsan Mako

Cari