Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. To agree the use of optional cookies, please click "Accept All". To reject optional cookies, please click "Only Necessary Cookies". To learn more about how do we use cookies, please click “Learn More” to visit our cookie policy.
Accept All Only Necessary Cookies Learn More
Ibsaa Jireenyaa ikon

16.03 by sammubani


Dec 14, 2018

Mengenai Ibsaa Jireenyaa

Malaysia

Ibsaa Jireenyaa adalah Light Life yang bertujuan menunjukkan kemanusiaan cara untuk kebahagiaan

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama'uu fi raata'uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta'a. Anda boleh menggunakan aplikasi berikut:

-Barruulee mallattoo 'Save' tuquun boodarra "Barruu olkaa'ame" keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa "Cari" keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Anda boleh menggunakan laman sesawang web yang baru: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Apa yang baru dalam versi terkini 16.03

Last updated on Dec 14, 2018

Converting sammubani.com to app

Terjemahan Memuatkan...

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

Minta Ibsaa Jireenyaa Kemas kini 16.03

Dimuat naik oleh

بسام حمص

Memerlukan Android

Android 4.0.3+

Tunjukkan Lagi

Ibsaa Jireenyaa Tangkapan skrin

Memuatkan Komen...
Bahasa
Bahasa
Langgan APKPure
Jadilah yang pertama untuk mendapatkan akses kepada pelepasan awal, berita, dan panduan permainan dan aplikasi Android terbaik.
Tidak, Terima kasih
Daftar
Berjaya berjaya!
Anda kini melanggan APKPure.
Langgan APKPure
Jadilah yang pertama untuk mendapatkan akses kepada pelepasan awal, berita, dan panduan permainan dan aplikasi Android terbaik.
Tidak, Terima kasih
Daftar
Kejayaan!
Anda kini melanggan surat berita kami.