Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Baacoo Afaan Oromoo para Android
Fayyadamaa [App] baacoo Afaan Oromoo
Fayyadama[App] kun baacoowwan adda addaa kan of keessaa qabuudha. Baacoowwaan nama bashannansiisaniifi barsiisan hedduutu keessaa jira. App kana kan adda godhu, Baacoo barbaadne filanee yoo feene marsaalee hawaasaummaatti maxxanfachaa, ykn garagalfannee olkaawuu ykn fira/hiriyyaa keenyaaf erguu dandeenya.Last updated on Jun 16, 2017
Fayyadamaa[App] Baacoo Afaan Oromoo Haarattti Qabiyyeen dabalameera, Barreeffamni Maxxansa duraa keessatti walirra bu'e sirraayeera, Baacoo tokko tokkoon yoo fedhan namaaf erguu, yoo fedham marsaaleehawaasatti maxxansuufi haalotni hedduu mijateera.
Enviado por
Khaled Messaliti
Requer Android
Android 4.0.3+
Categoria
Relatório
Baacoo Afaan Oromoo
1.1 by Oromo ICT
Jun 16, 2017